Gabaasa Ebla 16, 2025 ONM-ABO
WBOn Zoonii Bahaa kaleessa Ebla 15,2025
Godina Lixa Harargee aanaa Hancaar araddaa Midhagduu moonaa diinaa Komboo keessatti
3 ajjeesee
2 madeesse
Godina Baha Shaggar aanaa Fantaallee
1. Ganda Bantii keessatti 2 AKM 4 irraa hiikee, 2 booji’e
2. Ganda Kaniifaa
3. Magaalaa Matahaara kutaa magaalaa galchaa bakka addaa Keellaa Guddaa jedhamutti
Hidhamtoota siyaasaa 138 bilisa baase jira.
Bahuma Shaggar aanaa Fantaallee ganda Dheebituu Tulluu abbaa Baalchaa fi Gabaa Irreesaatti
Ganda Gidaaraa bakka addaa Moonaa Jaappaan jedhamu keessaa ari’e,
Aanaa Dugdaa keessatti
Ganda Shuubii Gamoo fi Waldaa Maqdallaa keessatti
Qawwee AKM 3 fi hidhannoo hedduu hiikee jira.
Aanaa Booraa bulchiinsa magaalaa Botee cinaatti
Lixa Shaggar aanaa Cobii
AKM 50
PKM 2
Isnaayipara 1fi loltoota Bilxiginnaa 20 harkaan qabe.
Godina Baha Wallaggaa
Aanaa Diggaa naannoo Addis Geebooti heduu ajeesuun madoo ishee garaa magallaa jirmati geefachuun ifoomeera.
Godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa iddoo addaa Xiloo jedhamutti
Bilxiginnaa 3 ajjeesuun 6 ammoo madoon adabee jira.
Aanaa Baatee iddoo addaa Doddota jedhamutti mooraa keessaa buqqisiisee jira
#Duula_Adda_Waraanaa_Kumaa
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
