Lixa Wallaggaa
- Aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Lalisaa
- Aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Jirma
- Aanaa Boojjii Birmajjii ganda biqiltuu diillaa,
- Aanaa Laaloo Assaabii bulchiinsa magaalaa Dongoroo, ganda Garjoo Libaan bakka addaa Firaafiree fi ganda Arroojjii
- Boojjii Birmajjii ganda Boobineetti
- Gullisoo magaalaa Calliyaa Ekkaa
Horroo Guduruu Wallaggaa
- Aanaa Baatuu
- Sululaa Finca’aa bulchiinsa magaalaa 7ffaa
- Jimmaa Raaree bulchiinsa magaalaa Shumboo
- Aanaa Guduruu bulchiinsa magaalaa Baroo
- Aanaa Abaaboo Guduruu Qawoo
- Aanaa Abaaboo Guduruu ganda Qanaatee
Godina Qellam Wallaggaa
- Aanaa Sayyoo ganda Miinkoo
- Aanaa Anfilloo magaalaa Ashii
- Aanaa Sadaan Canqaa
- gandoota akka Miidhagaa Birbir, Mandara 8, Mandara keessatti adabee jira.
Godina Buunnoo Beddellee
- Aanaa Makkoo ganda lammaffaa keessatti adabuun
AKM 2 hidhannoo waliin irraa hiikee
Godina Baha Shaggar
- Aanaa Fantallee ganda Hujufee keessatti
4 ajjeesee
7 madeessuun
2 harkan qabee jira.
Isnaayipara 1 fi meeshaalee biroo hiikeera.
Godina Lixa Shaggar
- Aanaa Jibaat ganda Gabayyii Reejjii fi Maaruu Jibaat
- Aanaa Jalduu magaalaa Bonii ganda 01 keessatti milishoota 2 ajjeese
Godina Kibba Lixa Shaggar
- Aanaa Sadeen Sooddoo ganda Aggaa Ismaanii
Godina Baha Wallaggaa
- Aanaa Leeqaa dullachaa ganda Hordaa Ambaltaa
- Aanaa Waamaa Agaloo ganda Baataa Awaangiraa
- Haroo Limmuu ganda Kusaayee
Reeffa konkolaataa 6n ofirra deebisee jira
Godina Walloo
- Aanaa Baatee fi Harxummaa Fursee
Godina Arsii Bahaa
- Aanaa Asakoo ganda Diree Odaa iddoo addaa Gurraacha jedhamutti rasaasa PKM 456 fi qophiilee hedduu iraa hiikee
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa❗
