“Yoo hogganooti uummata ajjeesuu fi hidhuu hojii isaanii godhatan, isaan dhukkubsatoo dha. Uummatni baduu mannaa hogganoonni kun wal’aanamuu qabu. Ogeeyyooti fayyaa hogganoota kana wal’aanuuf qophaa’anii jiru! Waraanniis dhukkubsattoota kana to’achuuf of haa qopheessan.””If the duty of leaders became killing and imprisoning the people, they are ill. They must be treated on time before they exterminate the people. Medical professionals are ready to treat these leaders! The soldier should also be prepared to control the patients.”
