ONM-ABO Waxabajjii 25, 2025
Pirezidaantiin Voldaamer Zelenskiin Kibxata kaleessaa michoonni NATO invastimantii oomisha ittisni waraanaa Yukireen akka dabalu fi qaamolee biyya alaa Raashiyaan oomisha meeshaa waraanaa isheef itti fayyadamaa jirtu akka fudhatan gaafataniiru.
“Maaloo, dandeettii fi ga’umsi ittisaa michoota keenyaa nagaa keenyaaf haa hojjetu malee maraatummaa Raashiyaaf akka hin oolle haa mirkaneessinu,” jedhan jechuun Rooyiters gabaaseera.

