Gabaasa Gumaacha ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Itti Dhiyaadhaa!
https://rumble.com/v6vy2fq-gabaasa-gumaacha-onm-abo-adoolessa-9-2025-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v6vy2fq-gabaasa-gumaacha-onm-abo-adoolessa-9-2025-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Ministirri Dhimma Alaa Biriteen Deeviid Laamii Kibxata kaleessaa akka jedhanitti UKn Israa’el irratti qoqqobbii dabalataa kaa’uuf…
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Arsii Bahaa aanaa Doddotaa ganda Amuddeetti, goleessitoota waraana Bilxiginnaan ajjeechaa, hidhaa fi reebichi ulfaataan daran jabaatee…
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Loltoonni Bilxiginnaa maqaa sobaa hawaasni keessa hin jirre itti maxxansuun dararaa ulfaataa raawwachaa oolan, aanaa Shanan…
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Aanaa Baakkoo Tibbee ganda Tarkaanfataa Gibee jedhamu keessaa lukkeeleen Bilxiginnaa ilmaan Oromoo irratti gocha gara jabinaa…
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Godina Qellem Wallaggaa aanaa Sadan Canqaa gandoota garaa garaa keessatti ergamtoonni murna Bilxiginnaa maqaa gibiraa fi…
https://rumble.com/v6vxiv0-oduu-waaree-onm-abo-adoolessa-9-2025-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Raashiyaan Kibxata kaleessaa akka jetti, Ameerikaan meeshaa waraanaa akkamii Yukireeniif akka dhiyeessitu qulqulleessuuf yeroo akka fudhatu…
ONM-ABO Adoolessa 9, 2025 Lixa Shaggar aanaa Iluu Galaan ganda Waddeeyyii Addeeyyii Giraanchee keessaa Adoolessa 5, 2025 waraanni impaayerattii daa’imman…