• Mon. Nov 9th, 2026

Month: July 2025

  • Home
  • Lixa Wallaggaa Aanaalee garaa garaa keessatti hidhaa fi doorsisni maatii qabsaa’otaa irratti taasifamu jabaatee itti fufe

Muummichi Minsiteeraa Israa’el Netaaniyaahuun yeroo Israa’el fi Hamaas dhukaasa dhaabuu irratti mari’achaa jiranitti Waayit Haawusitti Tiraampiin wal argan. Wal argee kanaanis dhimmi maree Iraan, Falasxiinotaa fi Badhaasa Noobeeliif kaadhimuus ka’eera

ONM-ABO Adoolessa 8, 2025 Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Wiixata kaleessaa Waayit Haawusitti Muummicha ministeera Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuu keessummeessuun, Ameerikaan Iraan…