Balaan bidiruu Naayijeeriyaa kutaa Niijar keessatti mudate lubbuun namoota 60 ol kan galaafate yoo ta’u, hedduun isaanii achi buuteen isaanii dhabame
ONM-ABO Fulbaana 5, 2025 Balaan bidiruu gaddisiisaan Naayijeeriyaa giddu galeessa kaabaa kutaa biyyaa Niijer keessatti Kibxata ganama dooniin fe’umsi garmalee…
