🌍 Call to Action
Sadaasa 9, 2025 — Waggaa 20ffaa Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG)
Oromoo hundumaa biyya keessaa fi biyya alaatti! Guyyaa seenaa keenya irraa hin haqamne – Sadaasa 9 – bara kana waggaa 20ffaa kabajna.
👉 Hirmaannaa kee agarsiisi!
✔️ Suuraa Profile fi Cover Image keessan gara suuraa FDG kana jijjiiri.
✔️ Dhaamsa kana maxxansi: #FDG20 #Sadaasa9 #YaadannooFincilaDiddaaGabrummaa
✔️ Walitti dhufeenya, qindoomina fi mallattoo Oromummaa calaqqisiisi.
Sababni keenya ifa dha:
- Wareegamtoota keenya yaadanna.
- Kaayyoo isaanii itti fufna.
- Oromoon waloo fi tokkummaa isaa addunyaatti agarsiisa.
Gadaan Gadaa Bilisummaa!
Injifannoo Oromoo ni dhugooma!


