• Wed. Oct 14th, 2026

Month: October 2025

  • Home
  • Oduu Waaree ONM-ABO Onkoloolessa 10, 2025 Itti Dhiyaadhaa!

Tarkaanfii WBO fi booji’amtoota, Olola WBO irratti PPn oofaa turee fi sochii WBO yeroo ammaa, Lola Kaabaa fi Sochii gama Ertiraa fi Itoophiyaa, Hiriirfama lolaa Itoophiyaa fi gaanfa Afrikaa keessatti sababa ulaa galaanaa kanaan mudatu Jedhu Irratti Turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Haqaafan Fayyeeraa Waliin Goone! Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Onkoloolessa 9, 2025

https://rumble.com/v703acs-qophii-oobdii-yaadaa-onm-abo-onkoloolessa-9-2025-itti-dhiyaadhaa.html