• Fri. Nov 20th, 2026

Seena-qabeessa kana kabajuu fi qabsoo WBO jabeessuuf, Lottery (Carraa-3) bifa adda ta’een qopheessineerra! – Jaarmiyya ABO-WBO Biyya alaa Guyyaa WBO – Amajjii 1, 2026 Guyyaa

Dec 20, 2025

Guyyaa WBO – Amajjii 1, 2026
Guyyaa seena-qabeessa kana kabajuu fi qabsoo WBO jabeessuuf, Lottery (Carraa-3) bifa adda ta’een qopheessineerra!

🙌 HARKA FUUNE!! JIRRA, JIRTUU!! 🙌🔥

🎟️ BEEKSIISA / LOTTERY 🎟️
🌍 Jaarmayaa ABO–WBO Idil-Addunyaa Irraa

Miseensota, deeggartoota, sab-boontota, mararfattoota fi jaallattoota ABO–WBO hundaaf waamicha kabajaa fi tumsa guddaa!

👉 Guyyaa WBO – Amajjii 1, 2026
Guyyaa seena-qabeessa kana kabajuu fi qabsoo WBO jabeessuuf, Lottery (Carraa-3) bifa adda ta’een qopheessineerra!

🎁 Carraa Badhaasaa:
1️⃣ Laptop Apple 💻
2️⃣ iPhone 17 Pro Max 📱
3️⃣ Sa’aatii Modern Apple ⌚

💵 Gatiin carraa tokko: USD 25
🎫 Carraa 3n bitaa → carraa mo’achuun dachaa 3 ta’a!

❓ Hirmaachuu feetuu? Carraa bitaa!
❓ Tumsuu feetuu? Carraa bitaa!

🌐 Iddoo Addunyaa Hunda Irraa Hirmaachuun Ni Danda’ama:

  • 🇺🇸 America
  • 🇨🇦 Canada
  • 🇪🇺 Europe
  • 🇦🇺 Australia
  • 🌏 Asia
  • 🌍 Africa

📣 Namni bakka kamiyyuu jiraatu hundi akka salphatti hirmaachuu ni danda’a.

⏰ Guyyaan Cufiinsaa Lottery:
📅 Gaafa Amajjii 1, 2026

🎯 Carraa keessan yaalaa
🔥 Qabsoo WBO tumsaa
🏆 Badhaasa gurguddaa mo’adhaa

⸻

💳 Karaa Addaa Addaatiin Carraa Bitachuun Ni Danda’ama:
Carraan kun akka salphatti bitamuuf haalli mijeessameera:

  • 🌐 Website: onm-abo.com
  • 💸 Zelle: 616-430-8179
  • 💵 CashApp: 616-430-8179
  • 📧 PayPal: Oromia.national.media.abo@gmail.com
  • 🧾 Square: 616-430-8179
  • 🏦 BOA Account: 375024389542
  • 💰 Cash

👉 Yoo Cashin bitattan, karaa Dura-Taa’aa Abbootii Dinagdee caasaa Jaarmayaa ABO–WBO biyya alaa qindeesseen kan argattan ta’a.

🌍🔥Jaarmayaa ABO WBO Idil Addunyaa #highlightseveryone #highlights #highlightseveryonefollowers #GuyyaaWBO #everyone #everyonehighlightsfollo

Leave a Reply