Gamtaan Awurooppaa boba’aa fi gaazii gahaa qaba, garuu gatiin isaa yaaddoodha jedhu dubbi himaan
ONM-ABO Bitootessa 10, 2026 Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa sababa waraana Baha Giddu Galeessaatiin walqabatee dhiyeessiin boba’aa fi gaazii addaan cituus…
