Ebla 12: Gumaacha Kaayyoo Irbuu Shinniggaa April 12, 2025 at 12:00 PM DC/7:00 PM Oromia time
📍STAY TUNEDTomorrow at 7Pm OROMIA Webinar link 👇🏾 https://us02web.zoom.us/j/81536588523?pwd=vJHsN1MkiLKbFxaQo0QvEpCqUJoeE6.1 Webinar ID: 815 3658 8523Passcode: 950493 ABO_WBO #highlights #GGO #highlightseveryone #cichoominakaayyoo
ABO-WBOn Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Goototaa Wareegamtoota Oromoo Sababeeffachuun Ebla 12, 2025 tumsa waraana bilisummaa Oromoof Qopheessee jira!
ABO-WBOn Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Goototaa Wareegamtoota Oromoo Sababeeffachuun Ebla 12, 2025 tumsa waraana bilisummaa Oromoof Qopheessee jira! Akkuma ABO-WBOn…
Waamicha Gumaachaa: Qabsoo kee cimsi! WBO kee Humneessi!
Waamicha Gumaachaa! Qabsoo kee cimsi! WBO kee Humneessi! Gumaachi keessan marti Qabsoo bilisummaa Oromoo kan haqaa fi bilisummaa galmaan gahuuf…
Ajjecha Suukannessaa Dubartootaa fi Daa’mman Oromoo – Jaarmiyaa ABO-WBO Idil addunyaa Bitootessa 8, 2025
https://videopress.com/v/QreC5Ivi?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata&useAverageColor=true
Cichoomina Kaayyoo Deeggarsa WBO, Jarmiyaa ABO-WBO Washington DC Bitooteessa 1, 2025
Zoom Link: https://us06web.zoom.us/j/89667537061?pwd=tyzem5UbHzaAv1E1TtoTSuaqDkUKgW.1
Siyaasa Impayeraa fiHaala Yeroo Ilaalchisee: Ajajaa Ol’aana ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa
Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBOJaal #Marroo Dirribaa Siyaasa Impayeraa fiHaala Yeroo Ilaalchisee: Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBOJaal #Marroo Dirribaa Guyyoota as Dhufan Keessatti Ibsa…
Hidhamtoonni Falasxiin torba Israa’eliin bilisa ba’an hospitaala seenuu Dhaabbata miti mootummaa ibse
ONM-ABO Gurraandhala 9, 2025 Hidhamtoonni Falasxiin torba kanneen Sanbata kaleessaa Israa’eliin akka qaama waliigaltee dhukaasa dhaabuu Gaazaatti bilisa ba’an keessaa…
OLF-OLA DISCUSSION ON: POST ABIY OROMIA, Jaarmiyaa ABO-WBO Idil-addunyaa January 18, 2025
JAARMIYAA ABO-WBO IDIL-ADDUNYAA POST ABIY OROMIA OLF-OLA DISCUSSION ON: ABIY AHMED’S PLOT FOR DISMEMBERING OROMIA AND PERMANENTLY DIVIDING THE OROMO…
