• Thu. Sep 24th, 2026

ABO-WBOn Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Goototaa Wareegamtoota Oromoo Sababeeffachuun Ebla 12, 2025 tumsa waraana bilisummaa Oromoof Qopheessee jira!

Apr 4, 2025

ABO-WBOn Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Goototaa Wareegamtoota Oromoo Sababeeffachuun Ebla 12, 2025 tumsa waraana bilisummaa Oromoof Qopheessee jira!

Akkuma ABO-WBOn Qabsoo Bilisummaa Oromoo sadarkaa ol’aanaatti tarkaanfachiisaa seenaa boonsaa galmeessaa jiru, nutis hundi keenyi Gumaacha kana irraa qooda fudhachuun qaama seenaa hojjetamaa jiruu haa taanu!

Irraa qooda haa fudhannu! Ittis hirmaannee amna bilisummaa haa saffisiisnu!

Injifannoo Ummata Oromoof!

Webinar link 👇🏾

https://us02web.zoom.us/j/81536588523?pwd=vJHsN1MkiLKbFxaQo0QvEpCqUJoeE6.1

Webinar ID: 815 3658 8523
Passcode: 950493

ABO_WBO #OromoMartyrsDay #highlights #GGO #highlightseveryone

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading