Godina lixa Shaggar aanaa Dirree Incinnii keessatti namootni nagaan saddet (8) bakka tokkotti waraana murna faashistii Itoophiyaatiin ajjeefaman. ONM –…
https://youtu.be/hzHsIEeoupo
WBOn godina baha Wallagaa aanaa Limmuu keessatti diina adabuu beeksise. ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Godina Baha Wallaggaa aanaa Limmuu Iddoo…
Hordoftoota Keenya Hundaaf!Uummata Oromoo Bal’aaf!Irbuu Post Torbee lama lamaan Barruu qopheessuu eegaleera.Jildii Jalqabaa Sanbata Guddaa PDF isa Kara Toora Telegram…
https://videopress.com/v/RNfMcPNU?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata&useAverageColor=true
WBOn, abdii fi gaachanni uummata Oromoo godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo guutuutti dhuunfate. ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Haleellaan xiyyaara waraanaa…
https://youtu.be/18CyGFEbsKY
WBOn zoonii kibbaa godina Gujii bahaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise. ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Waraanni Bilisummaa Oromoo…
https://youtu.be/i3e-mo2BdB4
Warraaqsi Oromoo Baraaruu bifa haaraan kibba baha Oromiyaatti dhohe. ONM-ABO 5 Muddee 2023 Warraaqsi Oromoo bararuu bifa haaraan kibba baha…