• Thu. Mar 23rd, 2023

GADDA SUUKANNEESSAA Waraanni Mootummaa Duguggaa Sanyii raawwachaa Jira

Feb 22, 2022

GADDA SUUKANNEESSAA Waraanni Mootummaa Duguggaa Sanyii raawwachaa Jira.

[SQ Gurraandhala 22/2022] Lixa Oromiyaa Ona Gulisoo Araadda Wayyuu Manniitti Har’a Ganama Waraanni Mootummaa Namoota sadii ajjeesse.

Namonni isaan ajjeesan kunneen ;

√ Barataa Kutaa Torbaffaa Lammii Guddinaa

√ Barataa Hambaa Tarrafuu Akkasumas Dargaggoo Xibabuu Baqqalaa Ajjeesuun mana jireenyaa Xibabuu Baqqalaafa Abiddaa gubuun Odeessi nu qaqabee NI ibsa.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO

Guraandhala 22/2022

Leave a Reply