• Wed. Apr 29th, 2026

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kaabaa, Cibiraan Odaa Garaadoo, Waraana haaraa eebbisiise

Mar 15, 2022

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kaabaa, Cibiraan Odaa Garaadoo, Waraana haaraa eebbisiise.

(ONM ABO) Bitootessa15,2022

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kaabaa Cibraan Odaa Garaadoo kaadhimamtoota simatee leenjisaa ture guyyaa har’aa, Bitootessa 15, 2022 eebbisiisuun dirqama itti aanuuf qopheessuu beeksise.

Waraanni Bilisummaa Oromoo Sirna bulchiinsa impaayerummaa itoophiyaa burkuteessuun Oromiyaa Walaboomte ijaaruuf lolaa jiru, gurmuu isaa filatee leenjisuun eebbisiisee dirqamaaf bobbaasaa kan jiru yoo ta’u, WBOn Zoonii Kaabaa Cibiraan Odaa Garaadoo marsaa 2ffaaf guyyaa har’aa, Bitootessa 15, 2022 leenjifamtoota leenjii sisaasaafi waraanummaa leenjisaa ture sirna ho’aa ta’een eebbisiiseera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading