• Mon. Nov 16th, 2026

Mana barumsaa sadarkaa 1ffaa keessatti dishqaan rukutee madeesse

Mar 24, 2022

ABO-ONM ( Bitootessaa 24,2022)

Barattoota shan lixa Shaggar ona Cobi ganda Marsaa Lakkuu mana barumsaa sadarkaa 1ffaa keessatti kaleessa Bitootessa 23,2022 waraanni faashistii PP dishqaan rukutee madeesse keessaa tokko barattuu Galaanee Gaaddafaa Bayyanaa jedhamtuu ishee kanaa dha

Leave a Reply