• Thu. Sep 10th, 2026

Abba Maatii Shanii Darara mana hidhaatti irra gaheen guyyaa har’a Addunyaa kanarra boqoteera

May 16, 2022

Bahaa Oromiyaa Ona Baddannootti Abba Maatii Shanii Darara mana hidhaatti irra gaheen guyyaa har’a Addunyaa kanarra boqoteera.

(SQ-Caamsa 16/2022)
Caamsa 16/2022
Baho Oromiyaa Ona Baddanootti Abbaa maatii Shanii obbo Sammaan Shariif Yeroo Dheeraaf Mana hidhaa ergaa turee booda Miidhaa hamaa ergaa irraan gahanii booda yaalirra turun caamsa15/2022 wareegame.

Maanguddoon Kun baatii Lama Oliif Mana Hidhaa Baddannootti gidirfama turuu dubbatu maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading