• Wed. May 13th, 2026

ABO-WBO tumsuufi dinagdeen bira dhaabbachuu barbaddanii Waldaa Agartuu Oromootti miseensa ta’un kallattin ABO-WBO tumsuu dandeessu

May 21, 2022

Waldaa Agartuu Oromoo

Ilman Oromoo biyyoota Addunyarra jirtan,biyya keessafi biyya Alaa,Ardii hundumarra jiraattanii Waraana keessan Waraana Bilisummaa Oromoo tumsuufi dinagdeen bira dhaabbachuu barbaddanii,dandii ittin tumsitan dhabdan, Waldaa Agartuu Oromootti miseensa ta’un kallattin Waraana Bilisummaa Oromoo tumsuu dandeessu.
Kottaa Miseensa Waldaa Agartuu Oromoo ta,aa,dhimma Egeree biyya keenya Oromiyaa irratti qooda keessan ba’aadha.
Kana malees Waxabajjii 1/2022 bultii kudhan Booda tumsa Marsaa 3ffaa Waraana Bilisummaa Oromoo waan gaggeessinuf irratti argamtanii akka waliin Waraana keenya tumsinu isiniin Jenna.
Tumsa kana Irratti Dirree Irraa Jaallan nu giddutti waan hirmaataniif,yaadaf graffii qabdan dhiyeeffachuu ni dandeessu,kottaa hirmaadhaa!

Caamsa 21/2022
Injifannoon Uummata Oromoof!
Koree Waldaa Agartuu Oromoo Irraa!

One thought on “ABO-WBO tumsuufi dinagdeen bira dhaabbachuu barbaddanii Waldaa Agartuu Oromootti miseensa ta’un kallattin ABO-WBO tumsuu dandeessu”
  1. Ogummaadhaan qabsaa’ota faana hojjechuuf fedhiin jira Garuu to’annoo #WBOn ala magaalonni jiran jireenyaafi nageenya keenyaaf rakkisaadha. Magaalotni #Ummata keenyaaf balaa tahan marramanii kan jiran control godhamuu qabu.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading