
Waraanni Bilxiginnaa Hayyoota Oromoo galaafachuu itti fufe.
(SQ-Caamsaa 22/2022)
Baatii Muraasa Dura Abboota Gadaa Karrayyuu waraana bilxiginnaan ajjeefaman bira kan hafee Abbaa Gadaa Hawwas Bulguu Roobaa Caamsaa 21/2022 Halkan Waraana Bilxiginnaan ajjeefamuu Maddeen keenya gabaasan.
Suuraan:- Miidiyaa Hawwasaarra
