• Tue. Nov 24th, 2026

Haleellaa Diroonii fi Saamicha uummataaLixa Shaggar Ona Abuunaa Gindabarat

May 23, 2022

Haleellaa Diroonii fi Saamicha uummataa

Lixa Shaggar Ona Abuunaa Gindabarat!

(SQ Caamsaa 23, 2022)

Ganda Doggoma Kibbii

Miidhaa haleellaa Diroonii fi Morteran Uummata irran gahe.

Manneen Qabeenyaa waliin gubatan.

1, Obbo Zawudee Abarraa
2, Wandimmee Shifarraa
3, Lalisaa Atoomsaa

Diroonidhan Kan gubate(Mana Fi Qabeenyaa)

1, Obbo Guutaa Wayyeesaa( Jabboota kudha lama(12)tu mana waliin gubate)
2, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa
guutummaatti barbadahe. Manneen Haleellaa Dirooniin gubatan kana waliin lubbuun beeyiladoota akka Re’ee, loon, lukkuu fkk fa hedduun gubataniiru.
3, Obbo Gonfaa Mul’ataa maatii waliin Mana keessa gubate.

Dubartoota bosona keessatti dahan(dhalan)

1, Shabbee Geetachoo
2, Muuzee Girmaa
3, Dokkaa Birqii
4, Faayituu Damee (Lakkuu deessee(dhalte)
5, Warqii Dammuu
6, Bartuu Raggaasaa

Loon Uummataa 2194 oltu humna mootummaa fi kaabinootan Saamaman.

1, Baayisaa Fufii 200
2, Daanyee Fufii 150
3, Dhaabaa Dhinsaa 100
4, Maharuu Sanbataa 100
5, Obbiyyee Sifaraw 200
6, Daanyee Bokonaa 20
7, Abbaabbee Lamuu 50
8, Dinbaru Fufaa 40
9, Lataa Dawoo 100
10, Birrooshee Deessis 170
11, Caannee Fufii 90
12, Magarsaa Goshuu 250
13, Kidaanee Goshuu 13
14, Girmaa Amanu 40
15, Bokkollu Dawoo 85
16, Dachaasaa Deessis 90
17, Zawudee Abarraa 50
18, Abdiisaa Maaruu 75
19, Qarsuu Maaruu 20
20, Taadduu Bote 5
21, Bachoo Hirkoo 8
22, Raggaasaa Hirkoo 50
23, Haaftamee Lataa 18
24, Sammaa Lataa 15
25, Goshuu Zallaqaa 100
26, Maridee Baqqalaa 45
27, Gaddafaa Korree 60

Midhaan Uummataa saamame

1, Kibbii Abaataa kuntaala 50 xaafii
2, Taaffee Gaarradoo kuntaala 80 xaafii
3, Caannee Fufii Kuntaala 25 xaafii
4, Bachoo Hirkoo Kuntaala 25 xaafii
5, Tolashii Tollii kuntaala 8 mishingaa
6, Taaddasaa Ammayyuu kuntaala 22 boqqoolloo
7, Daanyee Taaddasaa Kuntaala 8 xaafii
8, Abdiisaa Maaruu kuntaala 19 xàafii
9, Magarsaa Goshuu kuntaala 20 xaafii
10, Haaftamee Lataa kuntaala 15 xaafii
11, Birrooshee Deessisaa kuntaala 24 xaafii
12, Taaddasaa Lammii kuntaala 19xaafii fi mishingaa
13, Daanyee Fufii Kuntaala 60 xaafii fi boqqoolloo
14, Taarikuu Lammii Kuntaala 45 “
15, Tarrafaa Lammii Kuntaala 25 “
16, Baayisaa Fufii Kuntaala 16 “
17, Turaa Fufii Kuntaala 9 “
18, Kidaanee Goshuu kuntaala 22 “
19, Waxxaachoo Goshuu kuntaala 32 “
20, Goshuu Zallaqaa kuntaala 23 “
22, Asaffaa Shaggaw Kuntaala 33 “
23, Haaftamee Lataa kuntaala 19 “
24, Obbiyyee Shifarraw kuntaala 26 “
25, Daanyee Gaddafaa kuntaala 48 “
26, Taadduu Botee kuntaala 10 “
27, Botee Tufaa kuntaala 22 “
28, Gaddafaa Amanuu kuntaala 65 xaafii fi mishingaa Kan tahan guutummaatti midhan isaani Waraana Mootummaatin saamamee Konkolaataa fe’isaa 20 olin fe’ameera.

Injifannoon Uummata Oromoof.

Mootummaan kun ifatti Uummata Oromoo irratti duula banee, ajjeesaa, saamaa, gudeedaa, gidirsaa jira. kanarra darbee duula saamichaa qindaawaan Uummata kana beelessuuf hojjeecha jira. beela akka meeshaa lolaatti itti fayyadamuun Uummata hiyyoomsee bara bittaa isaa dheereffachuuf ifaajaa jira. uummanni Oromoo Kan durii caala qindoomee garbummaatti xumura gochu qaba.

Leave a Reply