• Sun. Mar 15th, 2026

Waraanni PP Ukkaamsaa fi Dararaa Barataa Oromoo Irratti  Raawwataa Jiru

May 23, 2022

Waraanni PP Ukkaamsaa fi Dararaa Barataa Oromoo Irratti  Raawwataa Jiru.

[SQ Caamsaa 23/2022]

Barataa Oromoo Yuunvarsiitii Wallaggaa damee Gimbii kan ta’ee fi maqaan isaa Garramuu Masgabuu jedhamu, mummee barnoota Forestry kan baratu amma galgala kana humna waaraana PP’tiin moora keessatti erga reebamaa turee booda, amma saa’aatii kana bakka inni itti geeffame wallaalamee jira jedhu Qeerroon moorichaa sanaa.

Uummatni Oromoo barataa kanaaf sagalee ta’uu akka qabus dhaammatanii jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading