Korri ABO -WBO Finfinnee hanga Lixa Oromiyaatti Geggeeffame Milkiin Goolabame.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Sadarkaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan jijjire Kora Geggeeffachaa ture Milkoon goolabe. Kora Kanarratti Jaarmiyaalee Hawwaasaa keessaa, Waldaalee Amantaa Garagaraa keessaa, caasaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessaa, Qondaaltonnii Waraana Bilisummaa Oromoo irraatti hirmaataniiru.
Dhimma Kora kanaan wal qabatee Ajajaa Olaana ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa Ibsa Bal’aa Karaa Arrata Biyyooleessa Oromiyaa ni taasisu.
Kora kanatti aansee Oromiyaan taateewwan haaraa keessummeessuu akka maltuuf Humni WBO dhaabuu danda’u kamillee akka hin jirre hubachuun barbaachisaadha.
