• Thu. Sep 10th, 2026

Galaalchessitoota Oromoo Afaan Qabsisuuf Ammas Hidhaan Bifa Haaraan Eegale

May 27, 2022

Galaalchessituu TV FiB kan taate shamarree Sabboontuu Ahmed yakka tokko malee guyyaa kaleessaa jechuunis Caamsaa 26/2022 Magaalaa Finfinnee keessaa humnoota mootummaan butamuu odeessi Sagalee Qeerroo qaqqabe ni addeessa.

Shamarree Sabboontuu humnootni butanii deeman kun yeroo ammaa garam akka ishee geessanillee waan ifoome hin jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading