Oduu Waaree ONM-ABO Caamsaa 31, 2022
https://youtu.be/uPqF6hjIBGU
https://youtu.be/uPqF6hjIBGU
Yuuniversitii Finfinnee damee garaagaraa keessatti filannoo pirezidaantii barattootaa jechuun har’a geggeeffamaa jiru wal gaarreffannaa barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumuun…
Godina Arsii lixaa ona Heeban Arsii keessatti abbaa Ajajaa waranaa bilisummaa Oromoo zoonii Kibbaa bahaa Jaal Sabaa’if Galgoo waggaa tokkoo…
Baha Oromiyaa godina baha Harargee ona Malkaa Bal’oo keessatti qeerroowwan Oromoo humnaa fi goyomsaan poolisii idilee Oromiyaa taatu jechuun leenjii…
Kaabaa Oromiyaa Godina walloo keessatti poolisootni humna addaa Amaaraa fi milishootni Amaaraa ilmaan Oromoo nagaa dararuu hammeessanii jirux. ( ONM-ABO…
Godina Harargee lixaa Aanaa Gubbaa Qorichaatti humnaan qeerroo leenjii waraanaatti oofaa jiraachuun dhagaa’ame. ( ONM-ABO Caamsaa 30,2022 ) Caamsaa 26,2022…
Lixa Shaggar Aanaa Amboo Ganda Haaruu Xirootti eegdonni fi dabballoonni PP manneen qotee bulaa Oromoo 2 yoo guban manneen biroo…
Waraanni sirna PP godina Arsii bahaa, Qellem Wallaggaa fi Gujii lixaa keessatti ilmaan Oromoo shan ajjeesan. ( ONM-ABO Caamsaa 30,2022…
https://youtu.be/sj09Ax3EPEw