Waraanni Bilisummaa Oromoo Operation haaraa eegale.
(SQ Waxabajjii 14, 2022)
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixa Impaayerittii keesaatti sadarkaa jechuun dandaa’amuun Operation haaraa eegalee jira.
Lola qindaa’a Godinaalee Wallaggaa Qellem Wallaggaa, Wallagga Lixaa , Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallgga Bahaa keessatti gochaa jiruun daran itti milkaa’uu dubbi Himaan WBO Idil-Addunyaa Odaa Tarbii beeksiseera.
Magaalaa Dambi Doolloo keessatti Lola taasiseen WBOn Hidhamttoita Soyaasaa hedduu hiikuu fi Waajjiraalee fi Qabeenya diinaa dhuunfachuun beekamee jira.
Dabalaataanis Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Addi Bilisummaa Gambeellaa Lola Magaalaa Guddittii Naannoo Gambeellaa keesaatti taasisaa jiraniin Injifannoon dachaa galmeessuu beeksisani.
Lolli haga Bilisummaa itti fufa, Injifannoo Qawwee WBOn dhufa💪🏿
