• Fri. Mar 13th, 2026

Kaaba Oromiyaa godina Walloo keessatti WBOn tarkaanfii fudhachuu beeksise

Jun 22, 2022

Kaaba Oromiyaa godina Walloo keessatti WBOn tarkaanfii fudhachuu beeksise.

( ONM-ABO Waxabajjii 22,2022 )

Abdii fi gaaddisni saba Oromoo gootichi waraana bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP kaaba Oromiyaa godina Walloo keessatti waraana bilxiginnaa uummata Oromoo dararuuf bobbaate irratti tarkaanfii fudhachuun du’aa fi madoon adabeera.

Haaluma kanaan tarkaanfii kaleessaa galgala jechuun Waxabajjii 21,2022 aanaa Dawwee Harawwaa bakkaa Warsaa Meexxii Kaarra Madiinaa jedhamutti tarkaanfii waraana weerartuu PP irratti fudhateen 4 battalatti yoo ijjeesu 8 madoo taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading