(SQ-Adoolessa 6/2022)
Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goroo Magaalaa Gururaa fi naannawaa ishee keessaatti erga ajjeechaa qeerroo Musxafa Haamza booda, namoota :-
Hirphasa Rafu
Dabaree dhufeera
Birhaanu Sulxan
Ali she Juundi
Naasir Saanee
Huseen Sulxaan
Badru Caalchisa
Rooni Badru
Maahdi Muhiddin
Ibraahim Fiixuma
Umar Haji Tamaam fi….
Namoota maqaan isaanii hin eeramne baay’ee walitti guuranii hidhan. Ergasiis haalli magaalaa Gururaa keessa jiru baay’ee ulfaatadha. Gareen humna addaa Oromiyaa ofiin jedhanu gurmaa’anii
~Konkolaata dhaabanii saamu
~ Manneen nyaataa fi dhugaatii saamuu
Hojii idilee isaanii godhatanii jiru. Namni bahaaf gala yaadda’ee yaaddoo keessa jira. Ergasiis halkan edaa (gaafa guyyaa 06/07/2022) mana qeerroon keessa jirtu marsanii Qeerroo naannoo sanaa keessaa
Mahammad Abdalla
Huseen Dammaasa
Nasruu Mardaasa
Zeenu Mahammad
Xayyib Rafeera
……..
Qabanii deemanii jiru. Sagalee nuuf ta’aa! Uummanni iyyatus sagalee isaa kan dhagahu dhabame. Nama itti iyyannus dhabne! Adaraa sagalee nuuf ta’aa!
