• Thu. Nov 26th, 2026

Maanguddoo Fikadu Abakasu Godina Hoorro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuru kan jiraatan Waraanni Mootummaa Yakka tokko malee, WBO nyaachifta jechuun ukkamsan

Jul 6, 2022

(SQ-Adoleessa 6/2022)
Maanguddoo Fikadu Abakasu Godina Hoorro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuru kan jiraatan Waraanni Mootummaa Yakka tokko malee, Waxabajjii 22/2022 WB0nyaachifta jechuun ukkamsan.

Maanguddoon kun Akka maatiin isaan hindubbifneef hanga Adoolessa 3/2022 dhoksanii turuun Dhibee Ulfaatan Waan qabamanii Maatii waliin wal argisiisan. Haatahu malee, Akka mana yaala hindeemne dhorkamuun hanga ammaatti mana hidhaa Pp keessaatti dararama jiru.

Leave a Reply