Miseensi Paarlama Itoophiyaa Iccitii Bilxiginnaa Saaxile.
(SQ-Adoolessa 6/2022)
Yeroo Gara garaatti Gocha Gara Jabeenyaa Waraanni Mootummaa Fudhachaa ture. Mootummaan Naannoo Oromiyaa haalun WB0 jechaa turuun niyaadatama.
Miseensa Paarlama Itoophiyaa kan Tahee Hangaasaa Ibiriham Gochoonni Yeroo Gara garaatti raawwataman Mootummaa Naannoo Oromiyaan akka qindaa’e dubbate. Miseensi Paarlama kun Toora Miidiyaa Hawwasaa isaatti akka jedheetti, Ajjeechaan Guutummaa Oromiyaa irraattj raawwatama ture cuftiyyuu Ta’ee jedhamee Duguggaa Sanyii Oromoo irraatti raawwachuuf akka ta’e dubbateera.
Keessoon Bilxiginnaa Ammas Hunkuta’aa jiraachuus miseensi Paarlama kun dubbateera.
