• Wed. Nov 25th, 2026

Giddugala bahaa shaggar ona boosat naannoo buufata 3ffaa jedhamutti guyyaa har’aa

Jul 9, 2022

(SQ-Adoolessa 9/2022)
Oduu gaddaa

Giddugala bahaa shaggar ona boosat naannoo buufata 3ffaa jedhamutti guyyaa har’aa jechuun gaafa guyyaan 9/7/022tti waraanni weerartuun mootummaa hattuu PP namoota nagaa ayyaana kabajachuuf iddoo tokko taa’anii kadhannaa gaggeeffataa jiran irratti dhukaasa banuun lubbuu dargaggoo ๐—œ๐—ฏ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ต๐—ถ๐—บ ๐—›๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ผ๐—ผ Jedhamuu galaaffattee jirti.

Akkasumas motora lamaa abiddaan gubdee qeerroo nama 9 qabdee deemtenii jirti.
Hawaasa nagaa ajjeesu fi qabeenya jalaa mancaasuun mallattoo injifatamuuti.

Gatii warra namoota nagaa ajjeessanii fi ajjeesisiisaa jiranii maalin akka deebi’u waaqni nu haa dhageessisu
Dhugaan turtus ni injifatti dharri ni kufti.

Leave a Reply