• Sun. Nov 22nd, 2026

Maammush Eliyaas jedhama Godina Wallagga Hahaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Luugootti dhalatee guddate

Jul 9, 2022

Oduu Gaddaa!

Namni kun Maammush Eliyaas jedhama Godina Wallagga Hahaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Luugootti dhalatee guddate, torbee lama dura tikoota mootummaan bobbaaseen bajaajii keessa butamee bultii 14 erga hidhameen booda mana hidhaa keessa bafaamun gaafa July 6, 2022 gara Aanaa Sibuu Siree magaalaa Sireetti geefamee namoota lama kan maqaan isaanii ammaaf adda hin baane walii ajjeefamee bakkeetti gatame!

Leave a Reply