• Mon. Nov 23rd, 2026

Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame kan Adoolessa 19, 2022

Jul 19, 2022

Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame kan Adoolessa 19,2022

( ONM-ABO Adoolessa 19,2022 )

Sabboontootni ilmaan Oromoo irree fi gaachana uummata Oromoo WBO diinagdeen jabeessuuf gumaacha taasisan cimsanii itti fufanii jiru.

Gumaacha WBO Humneesuu
Marsaa=11FFaa
Gurmmuu Tumsa WBO IFaa Guddinaa Xirroo Carcar jalatti ijaaramuun marsaa 11ffaaf mararfattoonnii fi sabboontoonni ilmaan Oromo biyyoota ambaa keessa jiraatan biyyoota akka
Yaman
Sa’udii Arabiyaa
Kuweet
Dubaay
Masirii
Beyruut
Jabuutii
Jordan fi K.k.f irraa gumaacha WBO Humneessuuf taasisaa jiru.
Qaliiwwaan ilmaan Oromoo Urjii saba ta’an maadheen Daandii Elemoo Qilxuu Gurmuu Tumsa WBO Ifaa Guddinaa Xirroo Carcar jalatii ijaaramuun biyyaa sa’uudii Arabiaa irra
Marsaa 11ffaaf
Gumaacha WBO Humnessuuf taasifame.

1 Daaressaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 5000
2 Ariyaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 2000
3 Bakar Waaree Riyaala sa’ud Arabiyaa 2000
4 Yaasaa Gantuu Riyaala sa’ud Arabiyaa 1000
5 Jabeessaa Lammii Riyaala sa’u Arabiyaa 1000
6 Jibbaa Roorroo Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
7 Mul’isa Sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
8 Milkoofnee Gammadaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
9 Qomoo Sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
10 Buqqaasaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
11 Sin Ganuu Lammii Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
12 Turu hin Baduu Lammii Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
13 Wal hin Gannuu Lammii Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
14 Abdii sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
15 Obsaa Sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
16 Jaalataa WBO Riyaala Sa’ud Arabiyaa 500
17 Murataa Qabsoo Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
18 Dakaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
19 Qajeelchaa Sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
20 Hafarsaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
21 Caccabsaa Diinaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 1000
22 Gumabaas Sabaa Riyaala sa’ud Arabiyaa 500
23 Tigistii Doolar 25 Beyruut irraa
24 Masarat Doolar 25 Beyruut irraa
Walumaa Galatti Riyaala sa’ud kuma diigdama (20,000) qarshii impaayrra Itoophiyaatti Kuma Dhibba Sadii fi Kuma Jaatama (360,000) WBO diinagdeen cimsuuf galii taasisanii jiru.

Gumaacha taasisanii cinaatti ibsa ejjennoo armaan gadii baafataniiru.

1✅ Gumaachi kun kan jalqabaatii malee kana dhumaatii miti.
Kun Gahaa osoo hin taanee kana caalaa dirqama keenya dachaa dachaan kan itti fufuu ta’uu waadaa keenya haroomfannee jirra .
2 ✅Waraana Bilisummaa Oromoo Ani sii jabeessuun dirqama keenyaa
3✅ Ofii Waragamaanii qabsoo ofii jabeefachuu Caalaa waanti nama gammachisu hin jiru.
Kanaafuu wareegama barbaachisu hundaa’uu kafallee qabsoo teenya galmaan gahuu qabna dhaamsa Oromummaati jechuun ibsa baafataniiru.

Qabsoo Bilisummaa Oromoo hanga galma barbaadamu geessutti waan dandeenyu maraan bira dhaabbanna jedhu, maandhee Jaal Guutamaa Hawaas Adaamaa irraa.

Maadheen kun gummacha qarshii 13000 ( kuma kudha sadii ) abdii sabaa WBOf taasisaniiru.
Kana malees maadheen Ayyoo Meetoo Oromoo magaalaa Asallaa irraa gumaacha qarshii 7000 ( kuma torbaa ) gumaachanii jiru.

Itti dabaluun Mandheen Magaala Adaamaa fi Asallaa kun ibsa ijjannoo qabxii shan qabu baafatanii jiruu.

1.QBO WBO-ABOn durfamu sodaa eenyuuniyyuu malee bira dhaabbanna.
2.Tokkummaa qabsaa’ota fi uummata Oromoo warra sharafuu barbaadu kamuu dura ni dhaabbanna.
3.Shira Kaadiree fi Kaabinee bilxiginnaa kamuu saaxiluun uummanni Oromoo akka ishee ofitti hin fudhanne ni hojjanna .

Oolmaa WBO Adoolessa 19, 2022

Leave a Reply