Lixa Oromiyaatti Waraanni Mootummaa Dargaggoota ajjeesuu itti fufe.
(SQ-Adoolessa 19/2022)
Adoolessa 17/2022 Dargaggoo Dingataa Saamu’eel Lixa Oromiyaa Begii Naannoo Gabaa jimaataa Rasaasa Shan itti Roobsuun ajjeesan.