Oduu Gaddaa
(SQ-Adoolessa 23/2022)
Dargaggoo Faantahuun Immiruu Wallagga Bahaa Aanaa Gobbuu Sayyoo Ganda Adaree Tiksaa keessa waraana mootummaatiin Adoolessa 13/2022 namoota torba waliin qabamanii hidhamanii turtii guyyoota muraasaa booda mana hidhaa keessa baafamuun lagatti geeffamanii waraana mootummaatiin ajjeefamanii gataman!
