• Tue. Nov 24th, 2026

Oduu Gaddaa
Ajjechaan Ilmaan Oromoo irra murna PPtiin dhaqqabu cimee itti fufee jira

Jul 23, 2022

Oduu Gaddaa
Ajjechaan Ilmaan Oromoo irra murna PPtiin dhaqqabu cimee itti fufee jira.

(SQ-Adoolessa 23, 2022)

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Haaruu Ganda Biqiltuu Diiggoo keessatti Abbaa Maatii Obbo Wandimmuu Laggasee badii tokko malee Waraanni Shiftaa PP “ati Daggaraa Waraana Bilisummaa Oromooti” jechuun harka dugda duubatti hidhuun rasaasa 5n balbaluma isaa irratti ajjeesanii deemani.
Obbo Wandimmuun nama hirmaannaa Siyaasaa homaa hin qabnee fi Abbaa Maatii sagalii nama hojjetee mana ofii jiraachifatuudhas jedhu jiraattonni.

Mootummaan Shiftaan Abiyyi Ahimediin durfamu yeroo gara yerootti Uummata nagaa jumlaa fi haala argateen ajjeesuu erga eegalee waggaa afur darbee jira.

Leave a Reply