• Sat. May 2nd, 2026

Oromiyaa Keessaatti Ajjeechaan Waraana Mootummaan geggeeffama jira

Jul 31, 2022

Oromiyaa Keessaatti Ajjeechaan Waraana Mootummaan geggeeffama jira.

(SQ-Adoolessa 31/2022)
Oduu gaddaa!

Adoolessa 31/2022 godina qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo bakka Yaarer jedhamutti, waraanni faashistii Abiyyii Ahimadiin bobbaafamte waggaa kana abbaa manaa aadde Birqee Tolasaa Obbo Bokkee Kumaa nama jedhamu ajjeesee ture.
Guyyaa Adoolessa 31/2022 ammoo Haadha manaa isaanii aadde Birqee Tolasaa badii malee waldaa mana amantaa keessatti ajjeesanii jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading