• Sat. Oct 17th, 2026

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š ๐‰๐š๐›๐š๐š ๐๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐—ผ๐—ผ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐—บ๐—บ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐—ผ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐Ÿ

Aug 4, 2022

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š ๐‰๐š๐›๐š๐š ๐๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐—ผ๐—ผ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐—บ๐—บ๐š๐š ๐Ž๐ซ๐—ผ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐Ÿ

Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti qoodni Qeerroon Bilisummaa Oromoo barootaaf ba’ataa ture qooda Leencaa akka tahe namuu hin haalu, Baroota FDG irraa eegalee hanga Fincila Xumura gabrummaa fi Warraaqsa galaana Uumataa keessatti hojiin boonsaan hojetaa turaniif itti jiran kan nama boonsu dha.

Yeroo ammaa kanas Uummata Oromoo irratti duulli duguuggaa sanyii mootummaa faashistii Xoophiyaan labsamee jiraachuu namuu quba ni qaba.

Maarree Qeerroon Bilisummaa Oromoo yeroo kanatti duula duguuggaa sanyii Uummata Oromoo irratti labsamee jiru kanaaf sochii Waraanni Nyaapha ( RIB, Waraana Eertiraa, Miliishaa Amaaraa, Faannoo, Poolisii Federaalaa fi HAO ) Oromiyaa bakkoota garaa garaa keessatti godhu jala bu’uun hordoofuun odeessa Waaytawaa Waraana Bilisummaa Oromoof kennuun Oromoof Oromiyaa haa baraarru jechuun QBO waamicha isiniif dhiyeessa.

Hagayya 04, 2022
Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Finfinnee Oromiyaa

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading