• Wed. Nov 25th, 2026

Waraanni Mootumma Oromoo ilma Oromoo ukkamsee achi baasee ajjeesa jira

Aug 13, 2022

Waraanni Mootumma Oromoo ilma Oromoo ukkamsee achi baasee ajjeesa jira.
(SQ-Hagayya 13/2022)
Oduu Gaddaa!

Barataa Yuunivarsiitii Odaa Bultum kan ture, boqonnaaf maatitti deebi’ee jiraataa kan ture Abdii Abbabee Godina Horro Guduruu Wallagggaa Aanaa Amuruutti gaafa guyyaa 4/12/2014 galgala mana maatii isaatii waraana mootummaatiin qabamee hidhamee eda galgala mana hidhaati gad baasani ajjesani gatan!

Leave a Reply