• Sat. Mar 14th, 2026

Maqaa Humna Nageenyaan Oromiyaa keessa kan socho’uu Dargaggoota Oromoo ajjeesaa jiraachuu Ummanni Oromoo irra deddebi’in dubbachaa jiru

Aug 14, 2022

Maqaa Humna Nageenyaan Oromiyaa keessa kan socho’uu Dargaggoota Oromoo ajjeesaa jiraachuu Ummanni Oromoo irra deddebi’in dubbachaa jiru.

(SQ-Hagayya 14/2022)
Giddu Galeessa Oromiyaa Shawaa lixaa Meettaa Roobii Araddaa Goolaa Gurjii kan ta’ee Dargaggoo Tasfaa Birruu Haggaayya 10/2022 Waraana Mootummaan yakka tokko malee ajjeefame.

Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Maatiifi Uummata Oromoo jajjabina hawwina!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading