• Sat. Mar 14th, 2026

Qaamoonni Mootummaan Sirnicha Akka tiksaniif bobbaase Irra Daddebi’iin lammiilee Nagaa Ajjeesaa jiru

Sep 20, 2022

Qaamoonni Mootummaan Sirnicha Akka tiksaniif bobbaase Irra Daddebi’iin lammiilee Nagaa Ajjeesaa jiru.

(SQ-Fulbaana 20/2022)

Guutummaa Oromiyaa keessaatti Maqaa Nageenya Eegsisuun Mootummaan Bobbaafaman Dargaggoota Oromoo yakka tokko malee, ukkaamsuufi Ajjeesuutti jiru.

Lixa Oromiyaa Wallaggaa baha Aanaa Giddaa Ayyaana keessaati waraana mootummaa Barataa Mootummaa Lammeessaa ajjeese.

Mootummaa Lammeessaa Barataa Kutaa Kurnaffaa yootahu, Yakka tokko malee Fulbaana 20/2022 Waraana Mootummaan.ajjeefame. Barataan kun ganda goobuu irraa ka’un barnootaf utuu gara Giddaa deema jiru bakka adda Guute jedhamuti rasaasaa itti roobsuun ajjeesan.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading