• Sat. Sep 12th, 2026

Jala Bulti Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee Irraatti dargaggoota Oromoo ukkaamsan

Oct 2, 2022

Jala Bulti Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee Irraatti dargaggoota Oromoo ukkaamsan.
(Onkoloolessa 2/2022)

Fulbaana 30/2022 Dargaggoo Gaaddisaa Ittaafaa Yakka tokko malee, Humna tikaa mootummaan bobbaaseen Magaalaa Finfinnee Naannoo Maggaananyaatti ukkaamfame. Yeroo Amma Kana Koomishanii Poolisi Magaalaa Finfinnee kan Naannoo Maggananyaa jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading