• Wed. Nov 4th, 2026

Duulli Karaa Toora Twitter Sabboontoota Oromoon qophaa’eera

Nov 9, 2022

Duulli Karaa Toora Twitter Sabboontoota Oromoon qophaa’eera.

(SQ-Sadaasa 9/2022)
Gochaa Suukanneessa Mootummaan Itoophiyaa Haleellaa qilleensarran raawwachaa jiru ilaalchisee Galgala kana Sabboontoonni Oromoo Duula Kara Twitter qopheessaniiru.

Duulichi Afaan Afuriin kan Qophaa’ee yoo tahu Dhadannoowwaan 30 of keessatti akka qabuus himameera.

Leave a Reply