• Wed. Nov 25th, 2026

Waamichaa Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sirna Dungoo Qabsiifanna Dhiheessee bakkoota hedduutti kabajamaa ooleera

Nov 13, 2022

Waamichaa Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sirna Dungoo Qabsiifanna Dhiheessee bakkoota hedduutti kabajamaa ooleera.

(SQ-Sadaasa 13/2022)
Mootummaan Itoophiyaa kutaalee Oromiyaa Guutuutti Haleellaa Dirooni gegeessa jira. Oromoonni hedduunis Haleellaa kanaan Lubbuunsanii darbeera.

Kanuma Hordofuun, Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sadaasa 13/2022 Guyyaa har’a Sirna Dungoo qabsiifannaafi Guyyaa Gaddaa jechuun labseera. Uummanni Oromoo Biyya keessaaf alaa sirna Dungoo qabsiisuu Biyyoolessaa raawwachaa ooleera.

Leave a Reply