• Sun. Nov 22nd, 2026

Waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoon Dhihaate Eegalame

Nov 13, 2022

Waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoon Dhihaate Eegalame.

(SQ-Sadaasa 13/2022)
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Waamicha Uummata Oromoo biyya keessaaf Biyya alaaf dabarsee ture.

Waamichicha keessaatti Sirni Dungoo Qabsiifanna Biyyoolessaa Labsameera. Waamicha kana hordofuun Uummanni Oromoo Mana manaasatti Sirna Dungoo Qabsiifannaa Rawwaacha jira.

Leave a Reply