• Thu. Nov 5th, 2026

Barattoonni mana Barumsaa Gara gara Magaalaa Naqamtee Keessa jiran Guyyaa lammaffaaf Sagalee Mormii isanii dhageesisa jiru

Dec 6, 2022

Barattoonni mana Barumsaa Gara gara Magaalaa Naqamtee Keessa jiran Guyyaa lammaffaaf Sagalee Mormii isanii dhageesisa jiru.

(SQ-Mudde 6/2022)
Mudde 5/2022 Mana Barumsa Magaalaa Naqamtee keessa jiraan waliitti dhufuun sagaleesanii Dhageesisaa Oolaniiru. Guyyaa Har’aas Itti fufuun sagaleesani dhageesisa jiru.

Leave a Reply