• Thu. Nov 5th, 2026

Barattoonni Yuunibarsitii Addis Ababa Saayinsiifi Teekenoloojjii Hirira mormii dhageesisa jiru

Dec 6, 2022

Barattoonni Yuunibarsitii Addis Ababa Saayinsiifi Teekenoloojjii Hirira mormii dhageesisa jiru.

(SQ-Mudde 6/2022)
Barattoonni Yuunibarsitii Addis Ababa Saayinsiifi Teekinoloojjii Yeroo amma kana sagalee isaanii dhageesisa jiru.

Akka Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo himaanitti Barattoota sagalee isaani dhageesisaa jiran irraatti reebicha qaqabsisuuf Humni Mootummaan hidhachiisee Mooricha seenuuf jedhan.

Leave a Reply