• Sun. Nov 22nd, 2026

Cuunfaa Bakkoota Warraaqsi Guyyaa har’aa itti geggeeffame

Dec 7, 2022

Cuunfaa Bakkoota Warraaqsi Guyyaa har’aa itti geggeeffame.

ONM-ABO Muddee 7,2022

1.Yuunivarsitii Waachamoo

  1. Yuunivarsitii Diillaa
  2. Yuunivarsitii Dirree Dhawaa
  3. Yuunivarsitii Gambeelaa
  4. Yuunivarsitii Madda Walaabuu
  5. Yuunivarsitii Arsii Mooraa Boqqojjii
  6. Yuunivarsitii Bulee Horaa
  7. Yuunivarsitii Rift Valley Amboo,
  8. Yuunvarsiitii Waraabee

Manneen Barnootaa

  1. Buraayyuu
  2. Wallisoo
  3. Buunnoo Beddellee
  4. Gincii
  5. Bishooftuu
  6. Dongooroo, Lixa Wallaggaa
  7. Kumaalaa Jaatanii Alii, Yaaballoo

Warraaqsa Galaana Uummataatti jijjiiruun sirnicha sirna saba keenya duguugaa jirutti goolaba ni goona!

Injifannoon Uummata Oromoof

Leave a Reply