• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn godina Gujii lixaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise

Dec 24, 2022

WBOn godina Gujii lixaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise.

ONM-ABO 24 Muddee 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii lixaa, cibraan Gumaabaas Tuulaa Surroo, har’a Muddee, 24/2022 ganama bariin sanaa Qarcaa Ganda Booroftuutti lukkeelee diinaa waajjira gandichaa qubatte irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen nama hedduu du’a fI madoon adabuun qawwee AKM 4 , Mintoofii 1, Bilbila Infinix 1, qarshii 2270 fi Meeshalee garaagaraa hedduu irraa booji’un dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof olcheera.

Tarkaanfiin Waraanni Bilisummaa Oromoo Lukkeelee Diinaa Irratti Fudhatu Itti Fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading