• Thu. Mar 19th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Godina Gujii Lixaa keessatti diina du’aafi madoon adabuu beeksise

Dec 27, 2022

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Godina Gujii Lixaa keessatti diina du’aafi madoon adabuu beeksise.

(ONM ABO Mudde 27, 2022)

Irreefi gaachanni uummata Oromoo, WBOn, Zoonii kibbaa konyaa gujii lixaa, Birgeediin Biftuu Bilisuummaa Aanaa Qarcaa, Ganda ciggaa kebbicha keessatti tarkaanfii fudhateen humna weerartootaa irraa heedduu ajjeesuufi heedduus madeessuu beeksise.

Mudde 27, 2022 tarkaanfi laaleessa WARAANAA maafiyaa sirna nama nyaataa motummaa Itoophiyaa waliin Lola gaggeessseen:-
~ waraana biltsiginna 47 du’aan yommuu adabu,
~ nama 34 madoo dandammii hin qabnen adabee Jira.

Gama meeshaatiin:-
Isnapera Turk 1
AKM 34
BKM turk-1
Boombii harkaa 12
Rasaasaa PKM-3200

Akkasuma bilbilootaafi meeshaalee gara garaa hedduu Booji’un gali qabsoo Bilisummaa Oromoof olcheera.

    IUOF!!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading